Open menu

የተማሪዎች ጥሪ ማስታወቂያ

NOTICE

Students’ Registration

All undergraduate and postgraduate students of Wollega University — including those who have been attending at the Main, Gimbi, and Shambu campuses — are hereby informed that registration for the 2018/2025 academic year will take place in person only on September 8 and 9, 2018 (18 & 19 Sept 2025).

Students who arrive before or after these dates will not be registered.

Office of the Registrar, Wollega University

Beeksisa Waamicha Barattootaa

Barattoota Buleeyyii Yuunivarsiitii Wallaggaa hundaaf.

Barattoonni digrii jalqabaa, digrii lammaffaa fi sadaffaa Yuunivarsiitii Wallaggaa Mooraa Guddaa/Naqamtee, Mooraa Gimbii fi Shaambuutti barachaa turtan hundi, yeroon galmee bara 2018 Adoolessa 8 fi 9/2018 (Fulbaana 18 fi 19 bara 2025)  akka ta'e isin beeksisaa, guyyoota eeraman keessatti qaamaan argamtanii galmaa'uu akka qabdan isin hubachiifna. Barattootni guyyoota caqafaman dura ykn booda dhufan hin keessumsiifaman.

Waajjira Rajistiraaraa Yuunivarsiitii Wallaggaa

የተማሪዎች ጥሪ ማስታወቂያ

ለወለጋ ዩኒቨርሲቲ ነባር ተማሪዎች በሙሉ

በወለጋ ዩኒቨርሲቲ በዋናዉ ግቢ፣ በጊምቢና ሻምቡ ካምፓስ ትምህርታችሁን ስትከታተሉ የነበራችሁ የቅድመ እና ድህረ ምረቃ ተማሪዎች በሙሉ የ2018 ዓ/ም የምዝገባ ጊዜ መስከረም 8 እና 9/2018 ዓ/ም ስለሆነ በተጠቀሱት ቀናት ብቻ በአካል በመገኘት እንድትመዘገቡ እያሳወቅን ከተጠቀሱት ቀናት ቀድሞም ሆነ ዘግይቶ የሚመጣ ተማሪን የማናስተናግድ መሆኑን እንገልጻለን።

የወለጋ ዩኒቨርሲቲ ሬጅስትራር ጽ/ቤት

Campuses

Main Campus (Nekemte)

Gimbi Campus(Faculty of Social Science and Humanity, Resource Mgmt. and Economics, Natural and Environmental Science , Business and Development )

Shambu Campus(Fuculty of Agriculture, Technology, Resource Mgmt. and Economics )