Yunivarsiitiin Wallaggaa Buqqaatootaaf Gargaarsa Erge

Yunivarsiitiin Wallaggaa Buqqaatootaaf Gargaarsa ErgeYunivarsiitiin Wallaggaa hawaasaa Yunivarsiitichaafi qooda-fudhattootaa hedduu hirmaachisuun harka qalleeyyii bira dhaabbachuun deggersa gochaa turuun niyaadatama.Nammoota sabaaba walitti bu'insaafi waraana/lola irraan kan ka'e qe'efi mana isaanii irraa buqqaa'aniis gargaarsa erguun jajjabeessaa turuun niyaadatama.

Godinaalee Wallaggaa keessumattuu,G/W/Bahaa keessatti rakkoolee nageenyaa mudataniin maatiiwwaan hedduun ooyiruu, qee'efi beeyiladootaa isaanii facaasuun buqqauun nibeekama.Read

More

 Wollega University has graduated 609 students it trained in the field of health

Wollega University has graduated 609 students it trained in the field of health1February 08 2014 (EZA) Wollega University graduated 609 students it trained in the field of health.

According to the speech of the president of the university, Dr. Hassan Yusuf, 16th graduates of the university have successfully completed their training in clinical nursing, pharmacy, obstetrician nursing, medical doctor and veterinary medicine.

The graduates of the university are those who have completed their first, second and third degree studies.Read More

 

   
© Wollega University